Quantcast
Channel: The Gulele Post » Afaan Oromo
Browsing all 35 articles
Browse latest View live

Jaarraa Abbaa Gadaatiifi jalqaba Qabsoo Hidhannoo Bilisummaa Oromiyaa

Abbaa Urjii Walakkaa bara 1876a, gaafa Ibroo Shaxaa lola Cirrachaatti waraana Misraa kan Ra’uuf Baashaa tiin hoogganamuun odoo loluu wareegame, ilmi isaa Haamid Ibroo dardara ture. Lola Calanqoo booda,...

View Article


UGGUM YAA QULLAA KEE!

     Ugguum yaa qullaa kee! Raajii  dha uumamni kee Yoo alaa silaalan midhagina kan kee Human gadi  facaasa  akkataan sinboon kee Of-Keessaa darbata waan nama hawwatu Yaada qalbii namaa  kan fuudhee...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

‘Abbaan Hiyyeessaa’ Mohammad Abduuda Diidaa Perzdaantii Keeniyaa tahuuf...

Soraa Halakee| Sagalee Ameerikaa|25.02.2013 WASHINGTON,DC — Keenyaatti nama saddeetitti biyya nama miliyona 40 qabdu tana bulchuuf walti hafee dorgommiitti jira.Warra hujii tanaa dorgomuutti jiru...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

JAARRAA ABBAA GADAA

Abdulkariim Ibraahim- Jaarraa Abbaa Gadaa Duuti inni du’e nuttis tahu gadda Kan inni habaqaale Oromoota hundaa Hoggayyuu yaadannaa way sammuu nu badaa. Tokkicha Oromoo goota kumaatamaa Inni kaayyoon...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Habalee Citte

Abbaa hujii boonsaaBu’ureesaa qabsoo sabboonaa OromooHawwaa bilisummaa yaa jaalataa qomooAbbaa qabsoo Oromoo bu’ura ganamaaJaarraa Abbaa gadaa yaa ulfaataa namaaRorro saba keetii fudhachuu...

View Article


Ilma tokko garre

Barreessaan: Eebba Coqorsaa Ilma tokko garree ilma abbaan dhalche kormee abdii sabaa jirtaa akkam oolte? Jirra ree silaa jirraa jennee faa’n mammaaknuu obsinee jiraachuu filannoon nuqabnu! Jijjiirraan...

View Article

“Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee”

Ambayyoo maaluma teenya tun dubbiinii Garam deemaa jirti qabsoon teenya tunii Mee tam qabatanii; tami tan dhiisanii Dhiiroo mee dubbadhaa nu afaanfaajjeessaniiWaa’een keenyaa kuni nama ajaa’ibsiisa...

View Article

Oduu Wadaay barcaa torban kanaatif raabse

Kan barreesse: Jiilchaa Haamid Wadaay: “Aboo Leencoon gale dhageeysani!?” Araarso:”Sa boo maal jetta?” “Galan! Isaa fi diimaan faan” “Haaya bada boo! An siin hin jenne!? Yoom galan hoo?” “Dheenyuma...

View Article


Rifeensa hinjirre filaa maaliin filuu

Rifeensa hinjirre filaa maaliin filuu soodallaa soddaatiin sodaan wal-affeelu! Soodallaa uffataa soodallaa faarfataa soodallaa dibataa abjuu maalii qabaa namni bifa’n qabne gartuun munyuuqataa?...

View Article


MUKA JALLAA DIRIIRSUUN OSOO QACALEETI

Jawaar Siraaj Mohammad Tattaaffiin rakkoo qabsoon Oromoo mudatte furuudhaaf akka matayyaattiis tahe akka  gurmuutti godhamaa jirtu mara jajjabeessuun barbaachisaadha. Carraaqqiin garasiin godhamtu...

View Article

CIDHA HIYYEESSAA

Cidhi warra hiyyeessaa du’a dureessa’n ga’uu gidee gara boowaa maalin bultii moo’uu? Baasin hamoommataa gabbarri nam-ta’ee horiin dur oofamu namaan bakka bu’e! Namatuu oofamaa akka horiititti aruuzni...

View Article

Shakkaa?

Bookee Finfinnee mannaa sonsa Dirreedhaa wayyaa jennee faa mammaaknee abdannee faa caayaa yaadaan aadaa turree akka qabnu hayyuu akka qabnu raayyaa amma maal dhageenya osoo leenca jennuun namni gari...

View Article

KAKUU KAKAA!!

Qalamnii cobsinu booruu bonaatii awwaara gannaatii tikfatatuu deegaa deettutuu maseenaa maseenni taadhomee faana finnaa dhabnaa faana faanoo dhoofnee deeffanna mirga uumaa!!….. Kun kakuu kakkaan...

View Article


Jijjigaa…

‘Inmaan’eeffanne walaabun jala eessaa nuuf fiddee yaada kabeelaa? Yayyaba waaqaa seerota shanan lafatti dhiitaa? Seerota shaman raggaasuuf taataa! Walaa boo’un faallaa! Tun dubbiin dharaa hinqabdu...

View Article

Mana Cina Karaa

Walaleessaan: Zelealem Aberra Tesfa   Walaloon kun afoolan ijoollummaakootti dhagyerratti hundaawa. Naman irraa dhagaye waliin akka wal bartaniif seena xinnoo tokko xumura walaloo kana’rraa dubbisuu...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Gaaffif Deebi Barruleen Biiftuu Bilisaa Jawaar Muhammad Waliin Goote

Maddi: http://tboj.de/biiftuu-bilisaa.html  Gaaffif deebi Obbo Jawaar Muhammad waliin goone armaan gaditti isiniif dhihessineerra. Haala qabsoon Oromoo yero ammaa keessa jiruf egeree qabsicharratti...

View Article

DHAHADHOOFTUU !

Dhaha darbe dhoofnee kan ammaa dubbannaa dhaha boruu barii booree farrifannaa kaleen har’a mitii har’illeee kaleessa boru keessa gallee baafna booree arfaasa!! Arfaasa wayita daddarbaa daddarbaa biyya...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

IBIDDA WIIXAA…

Walaloon tun ulfina walaleessaa Oromoo hangafticha Zalaalam Abarraatif qophoofte Kan walaleesse: Eebba Coqorsaa (Oromiyaa irraa) —————————————————————- Namni biyya ormaa dhaqee manaaf qawween...

View Article

AFAAN OROMOO

Kan Walaleesse: Dr Sheik Mohammed Rashaad Abdullee Yaa Afaan Oromoo Rabbitu si guddisee Nama siin dubbatu Sumaaf heddummeessee Si afaan gaarii Akkatti si bal’see Nama xiqqaa guddaa Hunda siin guddisee...

View Article

Bubbeefi Bosona

Guyyaa gaafa tokkoo bubbeen shira yaade Bosona balleessuuf akkas jedhee gaade Mukeen naannoo kootii akkas wal-ta’anii Waliin yoo dhabatani karaakoo cufanii Na balleessuuf deemu humna godhatanii. Dur...

View Article
Browsing all 35 articles
Browse latest View live


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>