Quantcast
Channel: The Gulele Post » Afaan Oromo
Browsing latest articles
Browse All 35 View Live

XOOPHIIS?

Kan walaleesse: Eebba coqorsaa “saabota badawoo arnyoota tigrootaa agaaziin “utubee hidda nurra dhaabee “yooqxaan”lafa cubbuu “itiyiyoophiis akinaahus” yaa ilma “bulqaayyaa” deesse “tuutii agili’ee”...

View Article


Sammuyyaa Habashaa Bardhibbee 21ffaa Keessaa

  Taammanaa Bitimaa irraa                                                               27. 07. 13 Akkan barreeffata kana dhiyeessuuf kan sababa naaf tahe, sammuyyaa Habashootaa isa kunoo gara torban...

View Article


Hurrii

Walaleessaan: Eebba Coqorsaa ==================== Duumessi duuba goraa Goraatu kattaan muraa Kittaantun hortee ciraa Suuraan hoffaa safaraa Suuraan fafaa numoo’ee Maraan martoon dukkanaa Huurkuun...

View Article

DHUGAAN JIRU KANA

Kan Walaleesse: Geshere Abdisa Gurmesa ==================== Kan rafes dammaqe, kan riphes socho’e Eenyummaasaas bare, hundumtuu of ta’e Sin dukkana seetu nuyiif dur bari’ee Dhaloonni hin gowwoomu...

View Article

Xaba Qubee

Qopheeessaan: Zalaalam Abarraa

View Article


Callee mormaa

Walaleessaa: Eebba Coqorsaa ayyaantuu qaalluun eker-dubbiftuun callee ilaalun hariiroo uumaaf uumamaa haalun tulluufi malkaa bonaafi gannaa arfaasaaf birraa jiruuf jireenyaa dabaree seenaa hiikkaa...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Arraa Gurbaa…!

Yaa bada fattee…, bada fatittii! Attaam allaatiin si liqimsiti? Hudhi ciriqii, ija haababaastuu Karaa taa’aashe afuura haa hayaastu! Kottee ol kaastee haa wixxifattu Fedhe haa qufa’tuu,...

View Article

Ulmaa…

Ayyaana ji’a muddee muddee baati hagayyaa manqallaa gurrasaa sadiin quba  naqnee bita mirgaan qabnee gulantaa dur turre deeffatuu barbaanne! Gulantaa jireenyaa kan cinaan okkoteen mijuu warra keenyaa...

View Article


Karaan Sobaan Dabran Gala Nama Dhiba

Jawaar Muhammad Marii Obbo Abdulaziiz Muhammadiifi Obbo Kumaa Dammqsaa, dhimma ‘Maastar Pilaanii ilaalchisee, TVO waliin gaafa Ebla 26,2014 godhan kutaa duraa amman daawwadhe. Ibsi isaan godhuuf yaalan...

View Article


Haalluu Barattootaa

Nuti kobbee qabnaa jira “warraaqaanu” tolchaa saba keenyaa kan ittiin katabnu isin “irsaas” qabduu “qaataa”nuu-qaqqabaa kan ittiin leenjinu matadureen dhiibbaa!!!!! “face book”i “email”i bilbilaan...

View Article
Browsing latest articles
Browse All 35 View Live