Quantcast
Channel: The Gulele Post » Afaan Oromo
Browsing all 35 articles
Browse latest View live

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Dr. Sheekh Mahammad Rashaad (Sheekha Yoomiyyuu hin irraanfatamne)

Wanni sabni ittiin beekkamu keessa tokko afaani. Kana hubachuun, diinni  afaan Oromoo dhabamsiisuuf ijibbata gudda godhe. Ijibbaanni diinni godhaa ture, arra namatti mul’achuullee baatu yaroo isaa...

View Article


Jaarraan maalif qabsoo hidhannootti ciche?

- Haasawa walgahii  Yaadannoo Jaarraa Abbaa Gadaa tan Altanta, USA irraatti  dhihaate Jawaar Muhammad Bu’ureessitota qabsoo Oromoo  kanneen tarree duraarratti maqaan isaanii dhawamu keessaa, tokko,...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

SEENAA BARREEFAMA AFAAN OROMOOTIIFI SHOORA DR. SHEEK MAHAMMAD RASHAAD

Dr. Abdulsemed Mohammed  Afaan meeshaa walqunnamtiiti; mallattoo eenymmaatiisi. Akeeka barruu tanaatiif meeshaa walqnnamtii tahuu isaa haafuulleeyfannu. Meeshaa walqunnamtii hoggaa jennu moggaalee lama...

View Article

Dhummuugaa

Dhummuug laf-qabsoo dhommoqaa hinfeenee dhugaa sabaa’n haallee addaan hinqoqoonnee dhommoqxuun yoomiyyuu dhummuuydee’n mull’anne!! ta “face book” barana dubra gaanaaf bante dhiira garaaf gante waa’ee...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

GAAFA JIRUU UUNJARRAA GATANTARRE AADAA FI DUUDHAA TEENYA DHABNE

Kan Barreesse: Rukeessa Boruu Bara har’aat faarsina nuti, kan fooyyen itti qimiraa, hiriyoota koo wajjiin dukkoo gaaddisa qe’ee jala tetteenyee osoo taphannuu. Edaan jaarsi gaaddisa jala gara achi...

View Article


XOOPHIIS?

Kan walaleesse: Eebba coqorsaa “saabota badawoo arnyoota tigrootaa agaaziin “utubee hidda nurra dhaabee “yooqxaan”lafa cubbuu “itiyiyoophiis akinaahus” yaa ilma “bulqaayyaa” deesse “tuutii agili’ee”...

View Article

Sammuyyaa Habashaa Bardhibbee 21ffaa Keessaa

  Taammanaa Bitimaa irraa                                                               27. 07. 13 Akkan barreeffata kana dhiyeessuuf kan sababa naaf tahe, sammuyyaa Habashootaa isa kunoo gara torban...

View Article

Hurrii

Walaleessaan: Eebba Coqorsaa ==================== Duumessi duuba goraa Goraatu kattaan muraa Kittaantun hortee ciraa Suuraan hoffaa safaraa Suuraan fafaa numoo’ee Maraan martoon dukkanaa Huurkuun...

View Article


DHUGAAN JIRU KANA

Kan Walaleesse: Geshere Abdisa Gurmesa ==================== Kan rafes dammaqe, kan riphes socho’e Eenyummaasaas bare, hundumtuu of ta’e Sin dukkana seetu nuyiif dur bari’ee Dhaloonni hin gowwoomu...

View Article


Xaba Qubee

Qopheeessaan: Zalaalam Abarraa

View Article

Callee mormaa

Walaleessaa: Eebba Coqorsaa ayyaantuu qaalluun eker-dubbiftuun callee ilaalun hariiroo uumaaf uumamaa haalun tulluufi malkaa bonaafi gannaa arfaasaaf birraa jiruuf jireenyaa dabaree seenaa hiikkaa...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Arraa Gurbaa…!

Yaa bada fattee…, bada fatittii! Attaam allaatiin si liqimsiti? Hudhi ciriqii, ija haababaastuu Karaa taa’aashe afuura haa hayaastu! Kottee ol kaastee haa wixxifattu Fedhe haa qufa’tuu,...

View Article

Ulmaa…

Ayyaana ji’a muddee muddee baati hagayyaa manqallaa gurrasaa sadiin quba  naqnee bita mirgaan qabnee gulantaa dur turre deeffatuu barbaanne! Gulantaa jireenyaa kan cinaan okkoteen mijuu warra keenyaa...

View Article


Karaan Sobaan Dabran Gala Nama Dhiba

Jawaar Muhammad Marii Obbo Abdulaziiz Muhammadiifi Obbo Kumaa Dammqsaa, dhimma ‘Maastar Pilaanii ilaalchisee, TVO waliin gaafa Ebla 26,2014 godhan kutaa duraa amman daawwadhe. Ibsi isaan godhuuf yaalan...

View Article

Haalluu Barattootaa

Nuti kobbee qabnaa jira “warraaqaanu” tolchaa saba keenyaa kan ittiin katabnu isin “irsaas” qabduu “qaataa”nuu-qaqqabaa kan ittiin leenjinu matadureen dhiibbaa!!!!! “face book”i “email”i bilbilaan...

View Article

Browsing all 35 articles
Browse latest View live


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>